Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannolee Rippabliika Federaalawaa Dimokraatawaa Itiyoophiyaa keessaa tokko dha. Mootummaa Naannoo Tigraay malee, Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannolee Itiyoophiyaa hunda waliin daangaa qooddata. Naannichi akkasumas lixaan Sudaan (km 66) waliin, kibbaan immoo Keeniyaa (km 521) waliin daangaa idil-addunyaa qooddata. Oromiyaan naannolee baay'ina ummataa guddaa qaban keessaa tokko yoo taatu, wiirtuu biyyattii keessatti argamti. Magaalaan guddoon Naannichaa Finfinnee (Addis Ababa) yoo taatu, isheenis magaalaa guddoo Itiyoophiyaa ti.
Oromiyaa Gabaabumatti
Seen-duubee Oromiyaa — a short official note on the regional state.